Friday, December 12, 2008

ADDI BILIDUMMAA OROMOO murnootaa maqaa ABO-n sosso'aa jiran maraaf waamicha godhe.

Maddi oduu kanaa: http://www.oromoliberationfront.info/

Waamicha Qabsoo Bilisummaa Oromoo Jabeessuu

Abba tokkootaa Miseensota ABO Turan fi Murnootaa Maqaa ABOn Sosso’an Hundaaf
Oromiyaan erga qabamtee ka’ee yeroo ummati see diina ofirraa hin facisin darbe hin jiru. Haatahu malee qabsoon saa kan wal hin hammanne waan tureef milkaawuu hin dandeenye.
ABOn erga dhabatee kurnanoota afur lakaawataa jira. Baroota lakkaawwate kana keessa rakkinaa fi ballina hedduu keessa darbee. Haa tahu malee hanga 1991 qabsoo hadhaawaan maqicha fi tokkummaa qabsaawota wayyabaa tursuun dandahameera. Injifannoon hin tuffatamnes galmeefamee ture.

Haalli 1991 dhalate tolaas hamas akka fide ni beekama. Tolaan saa yero itt ummata keenya hundaan walbarru fi bobbaa keenya ballifannu argachuu dha. Hamaan dhufe tokko diinaan dagamuu yagguu ta’u inni lammaffaan keessa deebinee of qoruu irratt xiyyeeffacchu dandhabuu dha. Shira diinaa osoo xiinxallee dhugaa fi soba walii maqfannee irratt wal hin qeeqin hafuun keenya tokkummaa qabsaa’otaa balaa ammaa inni keessa jiruuf saaxile. Sun yeroo amma hammaatee fi bal’atee waan jiruf yoo hatattamaan furmaati itt hin tolfamne kan ijaaraa turre hunda diigee biyya keenya gadadoo jalatt hambisuu dandaha. Kaayyoon keenya bilisummaa fi ofiinbulmata Oromiyaati jennee kaane. Haatahu malee, akkaataa tokkoo tokkoon keenya hojii itti gaggeeffannu fi dhimma keenya fira fi alagaatti himannu waliin jiraachuu keenya shakkii jala buusee hanga gargar bahuutti nu geessee jira.

Yeroo dhihoo as Shaneen Gumii Asmara buufate gargar bahuun kan kahe karaa lachanuu ololli gaggeeffamaa jira. Akka waan walitti darbatan irra dhageenyutti, murni lachanuu waa’ee bilisummaa Oromoo gad jabeessanii dubbachuutti ka’anii jiru. Nuyi kaayyoo ganamaa hin jijjiirre jedhaa jiru.

Waamicha

Dantaan ummata keenyaa hunda keenyaa oli. Waldhabdeen keenya dantaa kana kan dagachiisu tahu hin qabu. Tokkummaa dhaabaa fi ummata keenyaa kan nutt caalu hin jiru. Maqaa dhaaba keenya ABOn ummati keenya badaa, hidhamaa, ajjeefamaa, guraaramaa fi biyya saa irra buqqa’aa jira.


Maqaa ABOn balaan Oromiyaatt bu’aa jira. Lammiwwan keenya wareegamaa jiraniif waraanaa fi gaachana ta’uun hafnaan, waliin illee isaan yaadachuu dadhabne. Kanaaf, seerris seenaanis dhiifama nuu hin godhan.

Murnootin maqaa ABOn sosso’an hundi ammallee bilisummaa fi walabummaa Oromootti ni amanu yoo ta’e waan dhaaba keenya ABO gargar cabsu hin jiru. Jarri kun hundi dantaa fi tokkummaa ummata keenyaaf jedhanii kaayyoo walabummaa Oromiyaa jalatti yoo hiriiruun mirga saba keenyaaf waliin qabsaa’uun ni danda’ama jennee amanna.

Hundi keenya akeeka ABOn ijaarameefitti amanna yoo ta’e, jaallewwan maqaa sanaa fi kaayyoo sanaaf kufanis ni yaadanna yoo ta’e waanti gargar nu qoodu hin jiru. Kan afaaniin lallabnuu fi kan hojiin mul’isuu yaadnu kan kaayyoo bakkaan gahuuf walii-galle calaqisu yoo tahe wal hin dhabnu. Dhaabichas deebifnee dhinsuu kan nu dhorgu akka hin jirre amannaa. Walitti dhufnee kaayyoo walabummaa Oromiyaa bakkaan gahuuf walii ha gallu. Kaayyoo kanaaf sosso’uu keenyas uumatta Oromoo haa beekssisnu; addunyaattis haa labsinu.

Itti gaafatama seenaan nutt kenne bahachuuf amma kaafnee dura dhaaba keenya tokkomsuu, isa boodaa akkaataa tokkummaa humnootaa Oromoo itti jabeessinu irratt bobbahuu qabnna jennee amanna. Nuti gama keenyaan, kaayyoo dhaabichi ganama qabatee ka'e, kan har'a illee haala gadadoo ummatni keenya keessa jiruun mirkanawa jiru, irratti hundoofnee gurmuu tokkummaa dhaaba keenyaa bakkatti deebisuuf qooda nu irraa eeggamu kennuuf qophawoo ta'uu keenya mirkaneesina.

Kanaaf, murnoota qaama ABO turan fi ammallee maqa ABO himatan fi aba-tokkoota dhimma addaddaan ABO keessa bahanii turan hundaaf akka wallitt dhufnee dhimma kana irratti mar’annee waliin fedhii ummata keenyaa bakkaan gahuuf hojjennu waamicha dabarsina. Kanneen yaada fi ilaalcha fakkaataa qabddan fedhii keessan hamma Amajjii 20, 2009 tti teessoo kana gadiitti nu beeksisaa.

Tel: 202-521-5653
E-mail: waajjira@oromoliberationfront.info
Poostaa: P.O.Box 21762 Washington, DC 20009


Ummatin Oromoos akeekin kun akka bakka ga’uuf, qaamota dhimmi kun ilaalu hinda irratti dhiibbaa barbaachisu akka godhu gaafanna.
Oromiyaan ni bilisoomti!

Koree Hojii Geggeestuu ABO (KHG-ABO)
Muddee 2008

Source: http://www.oromoliberationfront.info/

Tuesday, December 02, 2008

Denial of War Crimes Perpetrated by Ethiopianist Gangsters in Ogaden is Full Proof of Guilt


Dr. Muhammad Shamsaddin Megalommatis

The avalanche of reactions against the fallacies of the tyrannical government of Abyssinia has no end; Meles Zenawi administration´s shameful act of preparing a fake report to supposedly counterweight the devastating Report released last June by the leading Humanitarian NGO Human Rights Watch was viewed worldwide as a comprehensive corroboration of the Ethiopianist guilt.

United ´Ethiopia´ cannot exist but as tyranny; this is the last, final, ultimate conclusion in this regard. Here, I republish a press release issued by the Ogaden Youth League that calls for an "international mission to investigate and bring to justice the planners, and perpetrators of the crimes witnessed in Ogaden by the United Nations´ humanitarian mission at the end of 2007, then confirmed and well documented by the Human Right Watch".

In addition, I republish two illustrative reports one signed by Helen Nyambura-Mwaura of Africa Reuters (´Ethiopia Rebels Slam Government Probe into Abuses´) and the other elaborated by Peter Heinlein of VOANews (´Ethiopia Challenges Rights Group on Ogaden War Crimes Allegations´).

Ethiopia´s Refusal Over Ogaden War Crimes Issued at 26.11.2008
Ogaden Youth League - Press release - December 1st 2008. http://www.ogaden.com/oylpress011208.htm

Injustices and human rights abuses inflicted upon the Somali people in Ogaden date back to the first Ethiopian occupation in Ogaden more than a century ago. The Ethiopian government annexed illegally the last part of Ogaden province in 1954 just after the departure of the British who were colonising Ogaden. Since then the Ogaden people are fighting for their self-determination rights and all the Ethiopian governments including the current EPRDF/TPLF of Prime Minister Meles Zenawi committed war crimes and crime against humanity.

On 09th June 2007, Ethiopian prime minister declared in a news conference in Addis-Ababa that his army has launched a political and military operation to contain the activities of the Ogaden National Liberation Front. This was the beginning of the genocide which is still going on in Ogaden. The war crimes and crimes against Ogaden people perpetrated by the Ethiopian government was the first time witnessed by the United Nations humanitarian mission who visited Ogaden between 30 August – 5 September 2007 and recommended an independent investigation to be carried out.

With the aim of hiding the suffering of the civilians, the Ethiopian government expelled from Ogaden several NGO´s and the ones who are still there ordered to choose staying with out saying or saying and going out. In addition, to continue his genocidical politic in Ogaden, the government wants to impose a new law bill which bans the international NGOs work in a number of fields, including conflict resolution, children´s rights, disabled rights and criminal justice reform.

It´s obvious, that the international community isn´t waiting from the planners and the perpetrators of these crimes to say "yes" we did war crimes in Ogaden and this is the case of the Ethiopian report. The Ogaden people are not suffering only from the human rights field, but also socially and economically. With no aid from the international donors, the Ethiopian authority would not be able to stay in the Ogaden and commit War Crimes.

Finally, we argue the United Nations, the EU, the OAU, the international community and the NGOs to take their responsibility and force the Ethiopian government to open Ogaden for the international NGOs and media work freely. At the same time we request that they set up international mission to investigate and bring to justice the planners, and perpetrators of the crimes witnessed in Ogaden by the United Nations´ humanitarian mission at the end of 2007, then confirmed and well documented by the Human Right Watch.

Ogaden Youth League

Head office: Northampton Volunteer Centra,
15 ST Chilies Street.
NN1 1JA, Northampton.
United Kingdom.
Email: nsyouthcgroup@hotmail.co.uk

Ethiopia Rebels Slam Government Probe into Abuses

By Helen Nyambura-Mwaura
http://africa.reuters.com/wire/news/usnLU116748.html

Nairobi, Nov 30 (Reuters) - Ethiopia's Ogaden National Liberation Front (ONLF) rebel movement has slammed a government investigation refuting claims of war crimes against the people of a marginalised eastern region it operates in.

Ethiopian authorities on Wednesday said a government-funded probe showed a report by Human Rights Watch (HRW) that found it liable of abuses during a campaign against the ONLF, was fabricated.

"The reality of the matter is that the Ethiopian regime has committed war crimes in the Ogaden and is continuing to commit such crimes with impunity," a statement by the rebels said.

"At the same time Ethiopia is actively engaged in trying to conceal such crimes and the real purpose of these teams that it claims to have sent to the Ogaden was to insure that no traces are left."

HRW issued two reports in June that it said documented attacks on civilians in the arid region, one based on witness accounts and another on satellite imagery showing burnt-out villages during a year-long military offensive.

Ethiopia said HRW's claims were fabricated because it found villages that the rights body said were burnt by government troops untouched, and people allegedly killed, alive and well.

Villagers and elders also denied allegations of extra-judicial killings, rape or torture by the security forces, the Ethiopian investigators' report said.

Prime Minister Meles Zenawi's government accuses the ONLF movement of being terrorists supported by arch-foe and neighbour Eritrea.

It launched the offensive in April 2007 after ONLF rebels attacked Chinese-run oil fields in the remote region also known as Somali, killing more then 70 people.

"If Ethiopia has nothing to hide, let it allow free access to international media and independent international investigators from reputable organisations to conduct an impartial investigation," the ONLF said.

(Reporting by Helen Nyambura-Mwaura; Editing by Sophie Hares)

(Email: nairobi.newsroom@reuters.com,
tel: +254 20 222 4717))

Ethiopia Challenges Rights Group on Ogaden War Crimes Allegations
By Peter Heinlein

http://voanews.com/english/2008-11-26-voa92.cfm

Ethiopia is challenging a Human Rights Watch report that accuses Ethiopian soldiers of committing war crimes and crimes against humanity during a counterinsurgency campaign in its eastern Somali region. As we hear from correspondent Peter Heinlein in Addis Ababa, a team of Ethiopian investigators has issued a counter report charging the U.S.-based rights group with making false allegations based on flawed methods.

The 47-page document issued by Ethiopia's foreign ministry Wednesday is a reply to a 136-page report released by Human Rights Watch last June.

The initial report is titled, "Collective Punishment: Crimes Against Humanity in Ethiopia's Somali Region". It accused Ethiopia's counterinsurgency forces in the Somali, or Ogaden region of a variety of war crimes, including torture and arbitrary executions of suspected members or sympathizers of the rebel Ogaden National Liberation Front, and burning villages suspected of harboring insurgents. The Human Rights Watch report was based on interviews with hundreds of people who had fled the region, backed up by satellite imagery of destroyed villages.

But a government-appointed team of investigators led by independent consultant Lissane Yohannes rejected the Human Rights Watch findings. They issued a response titled: Flawed Methodology, Unsubstantiated Allegations." A video shown to journalists at a briefing Wednesday quoted commission members as saying villagers whom they interviewed flatly contradicted the Human Rights Watch conclusions.

"We visited all relevant areas and nearly all the villages Human Rights Watch mentioned by name. We met with people who could tell us they had not been killed or raped, as Human Rights Watch alleged," says an announcer. "We saw villages that had not been burned to the ground, as Human Rights Watch claimed."

Ethiopian foreign ministry legal adviser Minelik Alemu mocked the Human Rights Watch's report, saying it contains inflammatory language. He also criticized the rights' groups' investigative techniques, which did not include visits to the Ogaden region.

"In light of the gravity of the allegations of crimes against humanity, we would have thought more serious investigation would have been called for," Minelik Alemu said. "But that was not done. If you look at the report, you would see it is based on the testimonies that it collected mainly through telephone. They never had any on the ground visit to the region."

One of the authors of the Human Rights Watch report, senior researcher Leslie Lefkow told VOA in a phone interview that the group had several times submitted written requests to Ethiopia to visit the Ogaden during their investigation. She says there was no government response.

"In terms of our methodology, we stand by it 100 percent, and we would welcome a discussion with the Ethiopian government about the specific cases we mentioned," she said. "We did request access to Somali region several times formally by letter."

Lefkow said she would welcome the opportunity to discuss with Ethiopian experts the contradictions between the two reports.

"We have been carrying out research into situations of conflict for many years, and these kinds of allegations that we've been duped by a rebel movement, it's not the first time we hear this," she said. "These are sort of standard government responses. And we are trained investigators. And then we corroborate the information through independent sources, and in this case including through the use of satellite imagery, where we were trying to verify that attacks on certain villages had actually taken place."

Lefkow said she had not finished reading the Ethiopian report, but said she saw hope in Ethiopia's willingness to conduct an investigation. She said it was one of the first times in her long career in human rights activist that a country had taken the opportunity to issue a counter report.

She said she would again try to contact officials in Addis and in the Ogaden region to discuss Human Rights Watch's continuing concerns about the conduct of Ethiopia's counterinsurgency campaign in the Ogaden.

Monday, December 01, 2008

The so called Ethiopia National Information Security Service and the Federal Police should stay out of party politics!!! Said OFDM & OPC in a joint st

The Oromo Federalist Democratic Movement (OFDM) and Oromo People’s Congress (OPC) said in a joint statement that the National Information Security Service (NISS) and the Federal Police have no right to engage in a defamatory campaign against them by implicating them in subversive activities.

The two parties refuted the joint statement given by the NISS and the Federal Police on November 22 accusing then of supporting the outlawed Oromo Liberation Front (OLF).

The joint statement says that both parties are legally registered parties with many elected members of parliament. They said that their means of achieving their political goals is only through a peaceful and legal way.

The parties questioned whether the two institutions have the right to engage in an act of defamation against parties which respect the constitutional order and strive towards building a democratic order. They said that these two national institutions should stay out of party politics.

The OFDM and OPC also accused Ethiopian television of airing the NISS and Federal Police joint statement without considering the legal ramifications since it violates provisions in the political parties’ proclamation as well as the constitution which protects people from defamation.

In the joint statement, the two parties said that if a party is guilty of having members who have deserted the country, it is another party that should have bore the blame. The statement lists six people including Yonathan Dibisa who were senior members of the ruling party who later defected to Eritrea.

They accused the ruling party of lavishly taking care of former OLF members who were “known” to have committed serious crimes.

Recently, OFDM Secretary-General Bekele Jirata was arrested by the Federal Police on charges of recruiting and harboring terrorists.

The Federal Police Crime Investigation Unit told the Federal First Instance Court on Monday that it has confiscated 7,000 pages of documents that prove that the accused has been recruiting and training terrorists and requested a fourteen-day extension to wrap up its investigation.
Bekele, on his part, said that he is the Secretary-General of a legally registered party and has not taken part in any kind of subversive activities, and asked the court to grant him bail.

Police claims that it has obtained documents which prove the link between the accused and the OLF.

Police also said that the documents show that the suspects have organized themselves under an organization called “Hawi Bilisuma”, and contributed 50,000 birr to the OLF.

Police requested the court to deny the suspects their right to bail since they could destroy evidence that implicates them of complicity in a terror crime.

But the attorneys representing the accused argued that although the Federal Police has already been granted twice a 14-day investigation period, it had not made progress and asked the court to reject its request for an additional period and grant their clients bail.

They said that their clients have been prevented from meeting with family members. Some of the suspects even claimed that they have been tortured.

The Federal First Instance Court ordered the prison authorities to allow suspects to meet with their family members as it is their constitutional right.

The court also ordered investigation into the claim by the accused of being tortured. It also ordered the Federal Police to wrap up its investigation within seven days instead of the fourteen days it had requested.

|