Friday, April 04, 2008

Isin hin duutan!

3 Comments:

At 4:55 AM, Anonymous Anonymous said...

Galatoomi Abera, walaloo bareeda gootota kenyaaf laate.

Dhugaa Dhugi

 
At 8:11 AM, Anonymous Anonymous said...

Ilmi namaa darbu seenaan isaa hin darbu.Oromoota oromummaa isaaniif wareegaman mara seenaan baraa bara yaadata.

Jabaadhu itti fufi.
bareeda.

 
At 4:18 PM, Anonymous Anonymous said...

Abera
walalo kee baay'ee gaarii, yeroo hunda walaloo ati baresitu nan dubbisa, nan dhagefadhas, kanaafi Galatomi
jabadhuu, akkasumati itti fufi
"dhugaan hin qal'ati malee hin citu jedha oromoni yoo makimakani"
guyyaa tokko ni bilisumna, oromo gafa tokkuma jabesse, ija tokkoni wali ilale, oduu ganada ykn madra dhisee, dina jala deemu ykn sagagilu dhise, bilisumma issafi ofii yoo qopheesse, bilisumni kenya fagoo hin jiru. Kanaafi anis kanini jechuu barbaduu, sagagilota fi kajelitu warra mandara keessa deemtee garaa ishee qofa gutate ilman oromo ajjesiste garaa ishee qofa qubsu fetu ni dhisi jenani
saba oromo is dhugaa, issaa bilisuma hawaa jiru walini dhabne ni bilisomna
IJIFANNO UMATAA OROMO FI SABOTA CUNQUFAMOFI
OROMIAN NI BBILISOMTI YKN NI WALABOTI

 

Post a Comment

<< Home

|