Saturday, March 08, 2008

Ibsa Ejjennoo Walgahii Gumi Sabaa Adda Bilisummaa Oromoo Guraandhala 17 – 24, 2008


Gumiin sabaa Adda Bilisummaa Oromoo (GS-ABO) walgahii isaa dhaabbataa Guraandhala 17 – 24, 2008 deemsisee milkiin xumuratee jira. Walgahiin GS-ABO kun haala qabsoon blisummaa Oromoo keessa jiru, toorroo mootummaan Wayyaanee ummata Oromoo irratti geessisaa jiru, haal jeequmsa adda addaa naannawa Gaanfa Afriikaa keessatti yeroo ammaan kana mul’atanii fi haala idila-adunyaa gadi fageenyaan erga xiinxalee booda qasoo bilisummaa Oromoo finiinsuuf mutiilee jajjaboo dabarsee jira.

Guutuu ibsa kanaa fuula ABO kana irraa dubbisaa http://www.oromoliberationfront.info/press/ibsa-ejjennoo-gs-abo-bitootessa-2008.pdf

Maddii ibsa kanaa: Oromoliberationfront.info dha.

0 Comments:

Post a Comment

<< Home

|