Wednesday, July 30, 2008

Waamicha Walgahii Addi Blisummaa Oromoo Hawaasa Oromoo Maraaf godhe

Waamicha Walgahii Haawaasaa Oromoo Maraaf




Akeeka:



Haala ABOn keessa jiru odeeffannoo waliif dabarsuu;
Rakkinoota QBO qancarsan wal-hubachiisuu fi waliin xiinxaluun furmaata itti soquu; fi kkf;



Yoom? Jimaata, Hagayya/August 1, 2008, Saa 1:00 - 5:00 WB




Eessatti?




Music Hall -Sateren Auditorium Augsburg College2211 Riverside AveMinneapolis, MN 55454, United States



Beeksisa:




J/Galaasaa Dilboo, xurree quunnamtii ammayyaatti (vidio conference) hirmaatu.




Walgahii kana irratti gumaacha maallaqaa osoo hin tahin gumaacha yaadaa barbaanna.
Konkolaataa "parking lot" Augsburg keessa tola dhaabuu dandeessu.





Oromiyaan Ni Bilisoomt!!

0 Comments:

Post a Comment

<< Home

|