Tuesday, March 12, 2013

THE OROMO NATION MOURNS THE PASSING AWAY OF ONE OF ITS BRAVEST SONS

Gooticha hangafa qabsoo fi hogganoota hangafa qabsoo Oromoo kan turan Jaal Jaarraa Abbaa Gadaa addunya kana irraa galuu ilaalchisee; gaddi ilmaan Oromoo guddaa dha. Jaallan Jaarraa Abbaa Gadaa qaamaa fi qalbiin itti dhihaachuun beekan waayyee gooticha kanaa maal jechuun akka isaan irraa dubbatan armaan gaditti caqasaa. Lubbuu Gooticha kanaaf Jannata; Maatii isaa, Jaallan isaa, saba inni jaallatuuf akkasumas isa jaaalatan maraa jabina haa keennu jenna. Qabsaawaan kufus qabsoon itti fufa!!!

0 Comments:

Post a Comment

<< Home

|