Thursday, October 18, 2007

“Leave Asmara or no talks” said Melles to Shanee Qinijjit

Rumours of secret mediations between TPLF and Shanee-Qinijjit have been circulating for a while. Prof. Ephrem Isaac, the man who got Coalition for Unity and Democracy Party (CUDP, a.k.a Kinijit) leaders to admit guilt and beg for clemency from the TPLF regime has been in the center of these rumours via his interviews in which he claimed “there is a willingness on both sides for dialogue” and that he “has already established contact with both sides.”

According to Oromo Affairs new mediators group is put together to pursue the same end.

Reliable sources close to Shanee-Qinijjit inform Oromo Affairs that Shanee-Qinijjit has asked a group of mediators to contact Melles Zenawi to jump start mediation between the two parties.

According to this source, the group is composed of Obbo Birhanu Dinka, Obbo Alemayehu Ketema and the Rev. Itefa Gobena.

To read more in detail click here.

11 Comments:

At 1:24 PM, Anonymous Anonymous said...

No one is going to talk to SQ. They will die begging. It is shame dying begging when you are meant to die fighting. I have never seen such a pathetic state of affairs. God help us.

 
At 7:30 PM, Anonymous Anonymous said...

Shame on SQ. They are the group who don’t want to listen to the genuine Oromo’s advice. So let them swallow Mr Meles’s faze respond to their dream inquiry. Leave alone to get permission to live in the empire, there is no chance for a second to have a photograph with him.

 
At 5:45 PM, Anonymous Anonymous said...

Kashalabbee nanaa, wacuun kee kun ittuma bal'dhachaa deemee? Ajaa'iba!

 
At 7:28 AM, Anonymous Anonymous said...

Tortoraan farsoo naqnaan samaan kajellaa dhaqe jedhan.
Dhiiroo hojii hojjedhaati mee wal agarsiisa, olola sobaatiin gurra nu hin duchiina. Ummatin oromoo kan barbaadu yeroo amma dhaaba hojii hojjetee rakko oromoof furmaata kennu malee waan qabatama hin qabneen wal jaanjjesuun fala hin qabu. Kana ta'uu baannaan hundinuu tokkuma.

 
At 7:09 PM, Anonymous Anonymous said...

“Qurcii qurcaawuu ishee itti himan malee seentee borciti”, akkuma jedhamu warra seenaa uummmata Oromoo xureessuudhaaf dhama’u dura dhaabbatanii of sirreessaa jechuun beektota keenya irraa eegama. Kun utuu hinta’in hafnaan dhaloonni itti aanu seenaa irratti hunduma keenya gaafata. Dhugaa jiru ibsuun abaarsa (arrabsoo) hinta’u. Hojjedha malee hindubbatinaa kan jedhus bakka tokko dhaabatee qooda isaa gumaachuu qaba. “Kan of hinbeekne waan jedhu hin- hubatu”, ‘Goondaa isa ciniinte kan ofirraa hinkaasne qaama hadoodedha’ jedhama mitiiree? Haabultuu fi haadhumtuu yeroo kana gargar baasuu qabna. Kan nama gorsu beeka, kan nama arrabsu maraatuu abdii kutedha

 
At 2:25 PM, Anonymous Anonymous said...

Kan abdii kute dhumni isaa kadhaa dha. Muni shanee-Qinijjits gochaan isaanii maraatina kanuma fakkaata. Kan isaan itti jiran, "Sabni Oromoo waan fedhe haa jedhu; nuti karaa fedheenuu dantaa dhuunfaaf sadoo barbaachachuu qabna" jedhanii qaanii gatanii kadhaa diinota Oromootti waan cichan fakkaata.

Oromoo irraa kan eegamu, jarreen kana tuffatee dhiisee of cimsuun qabsoof harka wal qabachuun, dirqama Oromummaa ofii ba'uu ta'uu qaba.

Hayyettaa jaaldhan keenya qabsoo irratti bilsummaaf jecha kufanii haa eeggannu.

OROMIYAA OROMIYAA OROMIYAA

 
At 12:46 PM, Anonymous Anonymous said...

Maaloo yaa ilmaan Oromoo Waaqa nuuf kadhaa. Gantoonni akkasii Xurii seenaa ta'an nu irraa haxaawamanii haa galanii. Qabsoon ilmaan Oromoo yoggos caalaa qulqullaayee finiinaa.

Gantoonni haa dhidhiman!!!
Oromiyaan ni bilisoomti!!

IUM!

 
At 6:27 PM, Anonymous Anonymous said...

Kanaa olitti kaniin "gantoonni" jedhee caqase QC ta'uusaa naaf hubadhaa!
Gantoonni (QC)haa dhidhimani!
Oromiyaan ni bilisoomtti!

 
At 8:02 PM, Anonymous Anonymous said...

Gantuun warra kaayyoo Oromoo dabsee abashaatti harka kennuuf jaarsa ergachaa jirudha. Namni sammuun fayyaa eenyu ‘gantuu’ akka ta’e beeka. Kan habashaa ta’e fi dantaadhan hidhamee dhugaa dabsuuf yaalu, hamma boolla seenutti falmuun isaa hin hafu. Xurii warra ayyaanlaaltotaa kan biraatti haquuf tattaafachuun eessanuu isa hingawu. Kan dhiiga Oromoo ofkeessaa qabutu arraba habashaatiin nama jeequuf yaala yoo ta’eef gowwoomeeraatii, diinaan liqimsamee akka hin-hafneef dafee of sirreessuu qaba jenna. Oromoon maal akka fedhu kan hinbeekne, kophaatti hafeeraatii tattaaffiidhaan haadammaqu

 
At 4:05 PM, Anonymous Anonymous said...

Warri SQ (shanee qinijjit) kun amma illee lafa kana irraa hin dhabamne? Mallasaanis dide, CUDnis ni dide. Egaa maal wayyaaf?

 
At 4:19 PM, Anonymous Anonymous said...

Kan wayyuuf warra itti himan hin fedhan ykn hin jaaldhatan. Ofii isaaniitis hin beekan. Egaa dubbiin, " Hima diddu du'a hin diddu " jedha Oromoon. Oromoo biraa egaa sichi fala hin qaban. Seenaa gantuu qabatanii baduu qofa.

 

Post a Comment

<< Home

|