Saturday, December 16, 2006

BRING THE ATTENTION OF ISSAYAS AFEWORKI TO THE CASE OF HERO STUDENTS AND JOURNALISTS FROM OROMIA

Target: Issayas Afeworki, President of Eritrea, Office of the President

The increased opression of the Meles Zenewi regime forced millions of Oromos to get disbursed all over the world. At this time there are thousands of Oromo refugees all over the world including Eritrea, Kenya, sudan, Somali, Tanzania, South Africa and all over the other parts of the world.

At this time there are Oromo students and journalists residing in Eritrea fleeing the Opressive regime of Meles Zenewi of Ethiopia. These students and journalists are kept as capatives in Asmara due to misunderstanding that was created between them and the "leaders" of Shane. Misunderstandings could be solved through discussions but the "leaders" of Shane Gumi are not understanding and they are trying to opress ideas and hinderded the students and journalists from pursing their idea towards thier goal. So we oromos around the world request the government of Eritrea to get involved and bring a solution to this issue and we also request all nations and nationalities to help us in signing this petition so that the president of Eritrea will be able to consider the condition of our HERO students and jounalists and help them stand and work for the goal they belive in, that is the freedom and liberation of Oromo nation from the Killing, harassment, detention, torture and opression of the Meles Zenewi regime.

You can help make this petiton a cuccess. Please use this link: http://www.thepetitionsite.com/takeaction/360930963?ltl=1166273888

You can make a difference. Share this petition with your firiends and family. Thank you.

2 Comments:

At 5:12 AM, Anonymous Anonymous said...

Himmmm ''Oromoo Swiss'' jettee ? Oromoon Swiss nama takka qofaa miti yaa obboleeysa kiyya maqaa oromoo swissin mana banachuun mirga keeti hata'u malee Ummanni Oromoo akkuma baay'ina isaa ilaalchota baay'ee fi rakkina gabrumma waaggoota edduu walumaan qaba gabrummaa kana of irraa buusuudhaaf immoo namuu hanga dandeettii isaa diina irratti qabsaahuu akka ta'e wal nama hin gaafachiisu akka walaloo fi barruulee kee braa irraa mul'atutti garuu kan kee qabsoon warra ati '' shanee'' jettee yaamtu irratti waan xiyyeeffate fakkaata warri kuni waanni isaan dalagaa jirani uummaata oromoo ka biyya keeysa fi alaa bira taree addunyaanillee waani argaa jiru akka ta'e mara keennaaf ifa waan ta'e natti fakkaata kanaaf yaa obboleeysoo mee waani Oromoota walitti dhiyeessu dalaguu yaali waani nama wal irraa fageessuuf dubbii babal'isuun bu'aa qabsoo oromootii fidu hin qabu yoo isaa hin feetu ta'e ammoo xiyyeeffannaa kee oromoo dhiga kee irratti mitii diina dhiiga oromoo dhangalaasaa jiru irratti taasifadhuu qabsoo kee dalagaan mul'isi Alabaani ABO ati ifitti maxansite sun dalagaa jallani dabranii fi ka ammallee qabsaahaa jiranii ta'uu isaa namuu ni beeyka ja'een amana .Diina irraatti qabsaayi mul'isi galiin blisummaa dha!!

 
At 2:53 AM, Blogger OLF/ABO said...

Galii keenya bilisummaa godhachuuf fakkeessitoota maqaa Oromootiin Ethiopiummaaf qabsaawan adda baasachuun milkaawa. Kanaaf qabsoo itti fufuuf diinaaf fira addaan baasachuun murteessaa fi barbaachisaa dha. Diina waliin kan dhaabatan diina. Jareen akkasii Oromoof qabsaawaa kan jiran osoo hin taane Oromo irratti qabsaawaa waan jiraniif; hin tuqinaa jechuun ykn shira ykn wallaalinaatii ija banadhaa.
Halaabaa Oromtichaa dhiigaan dhufa kanaaf ulfina qaabaachuun barbaachisaa dhugaati. Garuu halaabaa kana ganuun; Halaabaa gabrooffattuu habashaa uffachuunoo maal jechuu dha???

Dhuguma halaabaa Oromoo kabajuudhaa laata??? Utuu hin dubbatin of haa ilaallu. Shaneen har'a halaabaa ABO gatanii halaabaa habashaatiin Xaxamanii yoo tuffii sabaaf qaban ibsan maal jettu laata??? TOOOOOFA???
Suurawwan issaanii Ilmaan habashaa waliin ka'an sirriitti ilaalaa. Oromoon halaabaa Oromootiif jaalalaa fi ulfina qabu halaabaa Habashaa jala hin taa'u.

Gaaffiin uummata Oromoo beekamina argachuun kan inni addunyaa mara ga'ee qasoo jallewwan keenya dhugaa har'a gantoota Shaneettin achi darbamaniitiinii fi jaariyaa Oromoota dhugaa bilisa ta'e jalatti sosso'aniin malee; Amaara jala gartuu galan kanaan miti.

Addi bilisummaa Oromoo adduunyy biratti kan inni beekame har'a osoo hin taane bara chaartanaan dura. Kuni haqa. Garuu edda jarreen amma Amaaratti galuun Ethiopiummaa leelluutti ka'an kun eegalanii qabsoonis ta'ee maqaan dhaaba kanaa laafatuma dhufe malee waan dabalan tokko ille hin jiruu ti of bara.

Edda jarreen kun taayitaa dhaabichaa dhuunfatanii as qabsoon dhaabichaa duuba deebi'e malee waan qabatamaan dalagan tokko illee hin jiru.

Waraan keenya diiguu; Saboontota of keessaa hari'uu kunoo har'a immoo diinatti hidhachuun qabsicha dhaamsanii galuuf kaachuu malee waan godhan tokko illee hin jiru!!!!

Maqaa ABOtiin diinatti harka kennachuun waan hin taane. Yoo qabsaawuu fedhan maqaa fedhan baafachuun karaa isaanitti fakkaate deemuun mirga. Garuu Dhaaba lubbuun Obboolaa keenyaa lammiiwwan keenyaa iti wareegamaniin faallaa kaayyoo isaan iirratti dhumanii deemuun hin danda'amuutii, sirraawaan jechuuniin ni mala.

Isin nama tokko, isin nama xiqoodha, maal maal jechuun saba tuffachuuf dham'uun kunii jecha gootolii isaanii warra gabroomfattuu irraa baratamedha. Dhargiinis namoota qubaan lakkaawaman utuu jedhu kufe. Tigreenis akkasuma namoota muraasa nuun jetti. Kunoo Shaneenis haalum kana odeessu.
Egaa baay'annes xiqqaannes akka isin jettan tokko illee yoo taane haqa amma agarrutti qabsoon itti fufa.

Oromiyaa dhiiga ilmaan isheetiin ni bilisoomti!!!

 

Post a Comment

<< Home

|